LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Barri jireenyaa kee dhumee+ abbootii kee wajjin yommuu boqottutti, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilma kee* nan kaasa; mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+

  • 2 Saamuʼel 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Manni kee fi mootummaan kee si duratti bara baraaf jabaatee ni jiraata; teessoon kees bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+

  • 1 Seenaa Baraa 17:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “‘“Barri jireenyaa kee dhumee abbootii kee wajjin taʼuuf yommuu deemtu, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilmaan kee keessaa isa tokko nan kaasa;+ mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+ 12 Mana kan naaf ijaaru isa dha;+ anis teessoo isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba.+

  • Faarfannaa 89:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+

      Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+

  • Faarfannaa 89:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sanyii isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba,

      Teessoon isaas akkuma samiiwwaniitti jabaatee akka dhaabbatu nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi