-
1 Mootota 8:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ammas yaa Yihowaa Waaqa Israaʼel, waadaa, ‘Akkuma ati na dura deemte, ilmaan kee na dura deemuudhaan daandii isaaniitiif xiyyeeffannaa yoo kennan, sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa na duraa hin dhabamu’ jettee tajaajilaa kee abbaa koo Daawitiif galte sana eegi.+
-
-
Faarfannaa 132:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Daawitiif kakateera;
Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:
-