1 Mootota 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 wanta ati gaafatte siifan godha.+ Ani garaa ogeessaa fi hubataa si dura namni kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne+ siifan kenna.+ 1 Mootota 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture. Faarfannaa 72:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+
12 wanta ati gaafatte siifan godha.+ Ani garaa ogeessaa fi hubataa si dura namni kam iyyuu hin qabnee fi si boodas eenyu iyyuu hin arganne+ siifan kenna.+
23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.
8 Inni galaanaa hamma galaanaatti,Lagicha* irraa hamma andaara lafaattis namoota isaaf bitaman ni qabaata.*+