-
Keessa Deebii 18:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ati Waaqa kee Yihowaa duratti balleessaa kan hin qabne taʼi.+
-
-
2 Mootota 20:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Maaloo yaa Yihowaa, amanamummaa fi garaa guutuudhaan akkamitti si duratti akkan deddeebiʼe, si duratti wanta gaarii taʼe akkan raawwadhes akka yaadattu sin kadhadha.”+ Achiis Hisqiyaas hirqinfatee booʼuu jalqabe.
-