- 
	                        
            
            1 Mootota 6:37-7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
37 Waggaa 4ffaatti jiʼa Ziifitti* buʼuurri mana Yihowaa ni kaaʼame;+ 38 waggaa 11ffaatti jiʼa Buulitti* (jechuunis jiʼa saddeettaffaatti) manichi akka pilaanii isaatti guutummaan hojii isaa ni xumurame.+ Akka kanaan manicha ijaaruuf waggaa torba isatti fudhate.
7 Solomoon mana* ofii isaa+ guutummaatti ijaaree xumuruuf waggaa 13 isatti fudhate.+
 
 -