LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+

  • Iyyaasuu 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sabni kun biyya ani abbootii isaaniitiif kennuuf kakadhe+ akka dhaalu kan godhu si waan taʼeef, onnadhu, cimis.+

  • 1 Seenaa Baraa 28:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Daawit ilma isaa Solomooniin akkana jedhe: “Onnadhu, cimi; hojichas jalqabi. Waaqni koo Yihowaan sii wajjin waan jiruuf, hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.+ Hojiin ijaarsa mana Yihowaa guutummaatti hamma xumuramutti inni sii wajjin ni taʼa malee, si hin dhiisu; si hin gatus.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi