1 Mootota 12:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+ 2 Seenaa Baraa 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Rooboʼaamis yommuu Yerusaalem gaʼu, Israaʼeliin waraananii mootummicha akka isaaf deebisaniif, yeruma sana mana Yihudaa fi gosa Biiniyaam+ keessaa loltoota leenjiʼan* 180,000 walitti qabe.+
20 Guutummaan Israaʼelis Yeroboʼaam deebiʼuu isaa akkuma dhagaʼaniin, gara yaaʼichaatti isa waamanii guutummaa Israaʼel irratti mootii isa godhan.+ Gosa Yihudaatiin alatti, namoota sana keessaa tokko illee mana Daawit duukaa hin buune.+
11 Rooboʼaamis yommuu Yerusaalem gaʼu, Israaʼeliin waraananii mootummicha akka isaaf deebisaniif, yeruma sana mana Yihudaa fi gosa Biiniyaam+ keessaa loltoota leenjiʼan* 180,000 walitti qabe.+