LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Wantan si ajaje hunda hojjechuudhaan+ akkuma abbaan kee Daawit deemetti+ garaa qulqulluu+ fi qajeelummaadhaan+ na dura yoo deemte, dambiiwwan koo fi murtiiwwan kootiif yoo ajajamte,+ 5 akkuman, ‘Sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu’ jedhee abbaa kee Daawitiif waadaa galetti, teessoo mootummaa keetii bara baraaf Israaʼel irratti jabeessee nan dhaaba.+

  • Faarfannaa 89:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Yaa Yihowaa, gochawwan kee warri bara durii jaalala kee isa amanamaadhaan raawwatte,

      Warri amanamummaa keetiin Daawitiif kakatte sun eessa jiru?+

  • Faarfannaa 132:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achitti jabinni* Daawit akka guddatu nan godha.

      Isan dibe sanaafis ibsaa qopheesseera.+

  • Isaayyaas 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Teessoo Daawitii+ fi mootummaa isaa irratti,

      Badhaadhinni bulchiinsa* isaa,

      Nagaan isaas dhuma hin qabaatu;+

      Ammaa jalqabee bara baraaf,

      Haqaa+ fi qajeelummaadhaan+

      Cimee ni dhaabbata,+ ni jiraatas.

      Hinaaffaan Yihowaa Gooftaa Raayyaa kana ni godha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi