-
2 Saamuʼel 7:12-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Barri jireenyaa kee dhumee+ abbootii kee wajjin yommuu boqottutti, sanyii kee isa si booda dhufu, jechuunis ilma kee* nan kaasa; mootummaa isaas jabeessee nan dhaaba.+ 13 Mana maqaa kootiif taʼu kan ijaaru isa dha;+ anis teessoo mootummaa isaa bara baraaf jabeessee nan dhaaba.+ 14 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Yommuu inni balleessaa raawwatu, ulee namootaatiin, harcummee* ilmaan namootaatiinis* isa nan adaba.+ 15 Akkuman jaalala koo isa amanamaa Saaʼol isan si duraa balleesse sana irraa fuudhe,+ jaalalli koo inni amanamaan isa irraa hin fudhatamu.
-
-
Faarfannaa 132:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Daawitiif kakateera;
Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:
-
-
Isaayyaas 55:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gurra keessan natti qabaa, gara koos kottaa.+
-