1 Mootota 1:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Yihowaan akkuma gooftaa koo mootichaa wajjin ture, Solomoonii wajjinis haa taʼu;+ inni teessoo isaa teessoo gooftaa koo Daawit Mootichaa caalaa guddaa haa godhu.”+ 1 Seenaa Baraa 22:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Mana maqaa kootiif taʼu kan ijaaru isa dha.+ Inni ilma koo ni taʼa, anis abbaa isaa nan taʼa.+ Ani teessoo mootummaa isaa Israaʼel irratti bara baraaf jabeessee nan dhaaba.’+ 1 Seenaa Baraa 28:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Akkuma inni amma gochaa jiru, ajajawwan koo fi heerawwan+ koo kutannoodhaan yoo eege, ani bara baraaf mootummaa isaa jabeessee nan dhaaba.’+ Faarfannaa 89:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 ‘Sanyii kee+ bara baraaf cimsee nan dhaaba,Teessoo kees dhaloota hundumaatiif nan ijaara.’”+ (Seelaa) Faarfannaa 89:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+
37 Yihowaan akkuma gooftaa koo mootichaa wajjin ture, Solomoonii wajjinis haa taʼu;+ inni teessoo isaa teessoo gooftaa koo Daawit Mootichaa caalaa guddaa haa godhu.”+
10 Mana maqaa kootiif taʼu kan ijaaru isa dha.+ Inni ilma koo ni taʼa, anis abbaa isaa nan taʼa.+ Ani teessoo mootummaa isaa Israaʼel irratti bara baraaf jabeessee nan dhaaba.’+
7 Akkuma inni amma gochaa jiru, ajajawwan koo fi heerawwan+ koo kutannoodhaan yoo eege, ani bara baraaf mootummaa isaa jabeessee nan dhaaba.’+
4 ‘Sanyii kee+ bara baraaf cimsee nan dhaaba,Teessoo kees dhaloota hundumaatiif nan ijaara.’”+ (Seelaa)
36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+