-
1 Seenaa Baraa 17:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Ani akkuman jaalala koo isa amanamaa isa si dura ture sana irraa fuudhetti,+ jaalala koo isa amanamaa isa irraa hin fuudhu.+ 14 Inni mana koo fi mootummaa koo keessatti bara baraaf akka jiraatu nan godha;+ teessoon isaas bara baraaf jabaatee ni dhaabbata.”’”+
-