LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 9:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Seenaan Solomoon inni hafe,+ jalqabaa kaasee hamma dhumaatti, barreeffamoota Naataan+ raajichaa, raajii Ahiyaa+ Shiiloonichaa fi seenaa mulʼata Idoon+ inni mulʼata argu Yeroboʼaam+ ilma Nebaatiin ilaalchisee arge qabate keessatti barreeffameera mitii? 30 Solomoon Yerusaalem keessa taaʼee guutummaa Israaʼel irratti waggaa 40f ni bulche. 31 Achiis Solomoon abbootii isaa wajjin ni boqote. Isaanis Magaalaa abbaa isaa Daawit keessatti isa ni awwaalan;+ ilmi isaa Rooboʼaamis bakka isaa mootii ni taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi