LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Naataan+ raajichaan, “Taabonni Waaqa dhugaa dunkaana keessa taaʼee utuu jiruu,+ kunoo ani mana muka gaattiraatiin ijaarame keessa jiraachaan jira”+ jedhe.

  • 2 Saamuʼel 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaafuu, Yihowaan Naataaniin+ gara Daawititti erge. Innis gara isaatti ol seenee+ akkana isaan jedhe: “Magaalaa tokko keessa namoonni lama jiru turan; inni tokko sooressa, inni tokko immoo hiyyeessa ture.

  • 1 Mootota 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saadoq+ lubichi, Benaayaan+ ilmi Yehoyaadaa, Naataan+ raajichi, Shimeʼiin,+ Reʼiinii fi loltoonni Daawit warri jajjaboon+ garuu Adoniyaa hin deggerre.

  • 1 Seenaa Baraa 29:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Seenaan Daawit Mootichaa jalqabaa kaasee hamma dhumaatti barreeffamoota Saamuʼel isa mulʼata argu sanaa, Naataan+ raajichaa fi Gaad+ isa mulʼata argu* sanaa keessatti barreeffameera;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi