2 Seenaa Baraa 12:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Seenaan Rooboʼaam jalqabaa kaasee hamma dhumaatti seenaa hidda dhalootaa Shemaayaan+ raajichii fi Idoon+ inni mulʼata argu barreessan keessatti barreeffameera mitii? Rooboʼaamii fi Yeroboʼaam gidduutti waraanni wal irraa hin cinne ni godhama ture.+ 2 Seenaa Baraa 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Abiyaan raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo leenjiʼan* 400,000 qabu fudhatee waraana dhaqe.+ Yeroboʼaamis loltoota jajjaboo leenjiʼan* 800,000 fudhatee isa waraanuuf tarree galee ni baʼe.
15 Seenaan Rooboʼaam jalqabaa kaasee hamma dhumaatti seenaa hidda dhalootaa Shemaayaan+ raajichii fi Idoon+ inni mulʼata argu barreessan keessatti barreeffameera mitii? Rooboʼaamii fi Yeroboʼaam gidduutti waraanni wal irraa hin cinne ni godhama ture.+
3 Kanaafuu, Abiyaan raayyaa waraanaa loltoota jajjaboo leenjiʼan* 400,000 qabu fudhatee waraana dhaqe.+ Yeroboʼaamis loltoota jajjaboo leenjiʼan* 800,000 fudhatee isa waraanuuf tarree galee ni baʼe.