29 Seenaan Solomoon inni hafe,+ jalqabaa kaasee hamma dhumaatti, barreeffamoota Naataan+ raajichaa, raajii Ahiyaa+ Shiiloonichaa fi seenaa mulʼata Idoon+ inni mulʼata argu Yeroboʼaam+ ilma Nebaatiin ilaalchisee arge qabate keessatti barreeffameera mitii?