LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 22:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Yoshaafaax yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 35 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 25f ni bulche. Maqaan haadha isaa Azuubaa yommuu taʼu, ishiin intala Shilhii turte.

  • 2 Seenaa Baraa 17:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yoshaafaax daandiiwwan abbaan isaa Daawit isa dura irra deemaa ture irra waan deemeef,+ akkasumas Baʼaaliin waan hin barbaaddanneef, Yihowaan isaa wajjin ni taʼe. 4 Inni barsiifatawwan Israaʼel hin hordofne;+ kanaa mannaa, Waaqa abbaa isaa ni barbaaddate;+ ajajawwan isaas ni hordofe.*

  • 2 Seenaa Baraa 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yoshaafaax ni soorome, ulfina guddaas ni argate;+ taʼus gaaʼelaan Ahaabitti+ ni firoome.

  • 2 Seenaa Baraa 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yoshaafaax Yerusaalem keessa jiraachuu isaa itti fufe; namoonni Ber Sheebaadhaa hamma naannoo gaarotaa Efreem+ keessatti argaman gara Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼetti akka deebiʼan gochuuf ammas ni baʼe.+

  • Maatewos 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Aasaan Yoshaafaaxiin+ dhalche;

      Yoshaafaax Yooraamiin+ dhalche;

      Yooraam Ooziyaa dhalche;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi