LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 9:53, 54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Yeroo kanatti dubartiin takka mataa Abimelek irratti majii gadhiistee buqqee mataa isaa buruqsite.+ 54 Innis yeruma sana tajaajilaa isa meeshaa waraanaa isaaf baatu waamee, “Isaan waaʼee koo, ‘Dubartiitu isa ajjeese’ akka hin jenneef, goraadee kee luqqifadhuutii na ajjeesi” isaan jedhe. Kanaafuu, tajaajilaan isaa isa ni waraane; innis ni duʼe.

  • 1 Saamuʼel 31:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Saaʼol namicha meeshaa waraanaa isaaf baatuun, “Namoonni dhaqna hin qabanne+ kun dhufanii akka na hin waraannee fi gara jabinaan akka na hin dhiphisnetti goraadee kee luqqifadhuutii na waraani” jedhe. Haa taʼu malee, namichi meeshaa waraanaa isaaf baatu baayʼee waan sodaateef isa waraanuu dide. Kanaafuu, Saaʼol goraadee fudhatee irratti kufe.+

  • 2 Saamuʼel 17:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ahitoofel gorsi isaa fudhatama akka dhabe yommuu argu, harree isaa feʼatee gara mana isaa isa magaalaa inni keessa jiraatu keessatti argamuu dhaqe.+ Maatii isaatiif qajeelfama erga kennee+ boodas of fannise.*+ Inni akka kanaan ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbootii isaattis ni awwaalame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi