1 Mootota 20:42 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 42 Raajichis, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati namichi ani balleeffamuu akka qabu dubbadhe sun harka kee irraa akka miliqu waan gooteef,+ bakka lubbuu isaa lubbuu keetu bakka buufama;+ bakka namoota isaas namoota keetu bakka buufama’”+ isaan jedhe.
42 Raajichis, “Yihowaan akkana jedha: ‘Ati namichi ani balleeffamuu akka qabu dubbadhe sun harka kee irraa akka miliqu waan gooteef,+ bakka lubbuu isaa lubbuu keetu bakka buufama;+ bakka namoota isaas namoota keetu bakka buufama’”+ isaan jedhe.