LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe. 32 Kana malees, inni mana* Baʼaal+ isa Samaariyaa keessatti hojjete keessatti Baʼaaliif iddoo aarsaa ni ijaare.

  • 2 Mootota 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Gaaf tokko Akaaziyaan kutaa isaa isa baaxii irraa isa Samaariyaa keessatti argamu irraa karaa ittisa foddaa kufee miidhame. Kanaafuu inni, “Dhaqaatii, miidhama kana irraa akkan fayyuu fi akkan hin fayyine Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ naa gaafadhaa” jedhee ergamtoota isaa erge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi