LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 19:36, 37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Akka kanaan, ijoolleen durbaa Loox lamaan abbaa isaanii irraa ni ulfaaʼan. 37 Ishiin angafaa ilma ni deesse; maqaa isaas Moʼaab+ jettee moggaaste. Inni abbaa Moʼaabota yeroo ammaatti argamanii ti.+

  • 2 Saamuʼel 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+

  • Faarfannaa 60:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

      Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

      Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi