LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yeroo kanatti dubartittiin Eeliyaasiin, “Amma ati dhugumaan nama Waaqayyoo+ taʼuu kee fi dubbiin Yihowaa inni ati dubbattes dhugaa taʼuu isaa beekeera” jette.

  • 1 Mootota 19:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ilma ilma Niimshii kan taʼe Yehuu+ mootii Israaʼel godhii dibi; Eelsaa’i* ilma Shaafaat isa nama biyya Abeel Meholaa taʼe immoo bakka kee raajii godhii dibi.+

  • 2 Mootota 3:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Raajiin Yihowaa karaa isaatiin Yihowaa gaafachuu dandeenyu as hin jiruu?” jedhee gaafate.+ Kanaafuu, tajaajiltoota mootii Israaʼel keessaa inni tokko, “Eelsaaʼiin+ ilmi Shaafaax inni Eeliyaasiif+ bishaan harkaa buusaa* ture jira” jedhee isaaf deebise. 12 Achiis Yoshaafaax, “Dubbiin Yihowaa isa biratti ni argama” jedhe. Kanaafuu, mootiin Israaʼel, Yoshaafaaxii fi mootiin Edoom gara isaatti gad ni buʼan.

  • 2 Mootota 8:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yeroo kanatti mootichi Gehaaz isa tajaajilaa nama Waaqa dhugaa taʼe sanaan, “Mee maaloo, wantoota guguddaa Eelsaaʼi raawwate hunda natti himi” jechaa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi