-
1 Mootota 2:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Daawit abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis ni awwaalame.
-
-
2 Seenaa Baraa 21:18-20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Kana hundumaa boodas, Yihowaan dhukkuba marʼimaanii hin fayyineen isa rukute.+ 19 Waggoonni guutuun lama darbanii yeroo muraasa booda, dhukkuba isaatiin kan kaʼe marʼimaan isaa isa keessaa ni baʼe; dhukkuba sanaan baayʼee erga dhiphatee boodas ni duʼe; sabni isaa akka abbootii isaatiif gochaa turanitti ulfina isaatiif ibidda hin bobeessine.+ 20 Inni yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 32 ture; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa saddeetiif ni bulche. Yeroo duʼettis namni tokko illee isaaf hin gaddine. Kanaafuu, isaan Magaalaa Daawit keessatti isa awwaalan;+ haa taʼu malee, kan isa awwaalan iddoowwan awwaalchaa moototaa keessatti hin turre.+
-