1 Saamuʼel 15:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees, Ulfinni Israaʼel+ hin sobu+ yookiin yaada isaa hin jijjiiru;* inni nama waan hin taaneef yaada isaa hin jijjiiru.”*+ Isaayyaas 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murteesseera,Eenyutu fashaleessuu dandaʼa?+ Harki isaa diriirfameera,Eenyutu duubatti deebisuu dandaʼa?+
29 Kana malees, Ulfinni Israaʼel+ hin sobu+ yookiin yaada isaa hin jijjiiru;* inni nama waan hin taaneef yaada isaa hin jijjiiru.”*+
27 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murteesseera,Eenyutu fashaleessuu dandaʼa?+ Harki isaa diriirfameera,Eenyutu duubatti deebisuu dandaʼa?+