LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 28:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼe waan dhiisaniif, Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa Yihudaa keessatti guyyaa tokkotti namoota 120,000 kan ajjeese yeroo taʼu, hundi isaaniis namoota onnatoo turan.+

  • Isaayyaas 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Bara Akaaz+ ilma Yotaam, ilma Ooziyaa isa mootii Yihudaa taʼetti, Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan+ ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf ol ni baʼan; taʼus inni* ishii qabachuu hin dandeenye.+

  • Isaayyaas 7:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Atis akkana isaan jedhi: ‘Tasgabbaaʼi. Gufuuwwan gubatanii aaraa jiran lamaan kanaan kan kaʼe, jechuunis Reezin, Sooriyaanii fi ilmi Remaaliyaa+ baayʼee dheekkamuu isaaniitiin kan kaʼe hin sodaatin, garaan kees hin raafamin.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi