-
1 Mootota 2:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Daawit abbootii isaa wajjin ni boqote; Magaalaa Daawit+ keessattis ni awwaalame. 11 Barri* Daawit Israaʼel irratti itti bulche waggaa 40 ture. Kebroon+ keessatti waggaa 7f bulche; Yerusaalem keessatti immoo waggaa 33f bulche.+
12 Achiis Solomoon teessoo abbaa isaa Daawit irra taaʼe; mootummaan isaas suutuma suuta jabaatee dhaabbate.+
-