Uumama 46:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+
12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+