LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa sanatti Yihowaan akkana jedhee Abraamii wajjin kakuu gale:+ “Ani laga Gibxiitii jalqabee hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti,+ biyya kana sanyii keetiif nan kenna;+

  • Keessa Deebii 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ammas deebiʼaatii gara naannoo gaarotaa Amoorotaatti,+ achiis gara olloota isaanii warra Arabaa,+ naannoo gaarotaa, Shefelaa, Negeeb, qarqara galaanichaa,+ biyya Kanaʼaanotaa fi Libaanon*+ keessatti argaman hundumaatti hamma laga isa guddaatti, jechuunis hamma laga Efraaxisitti+ qajeelaa.

  • Iyyaasuu 1:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Daangaan keessanis lafa onaa irraa jalqabee hamma Libaanonittii fi hamma laga isa guddaa Efraaxisitti, jechuunis guutummaa biyya Heetotaa,+ akkasumas hamma Galaana Guddaa* isa kallattii dhihaatiin* argamuutti ni taʼa.+

  • 2 Saamuʼel 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Hadaadʼezeer ilmi Rehoob mootiin Zoobaa+ aangoo Laga Efraaxis+ irratti qabu deebifachuuf utuu dhaqaa jiruu Daawit isa injifate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi