-
Abbootii Murtii 1:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Minaaseen, Beet Shiʼaanii fi magaalota ishii jalatti* argaman, Taʼaanaakii+ fi magaalota ishii jalatti argaman, Doorii fi magaalota ishii jalatti argaman, Yibleʼaamii fi magaalota ishii jalatti argaman, akkasumas Megidoo fi magaalota ishii jalatti argaman+ dhaalaan hin fudhanne. Kanaʼaanonni biyyattii gadhiisanii deemuu didanii turan.
-