LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 37:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti aansuudhaan muka laaftoo irraa iddoo aarsaa ixaanaa+ tokko ni tolche. Iddoon aarsaa sun dheerinni isaa dhundhuma tokko, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma lama taʼee rogni isaa arfan wal qixa ture. Gaanfonni isaa isaa wajjin tokko taʼanii kan tolfaman turan.+ 26 Gubbaa isaa, cinaa isaa hundumaa fi gaanfota isaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise; qarqara isaatti naannessees ittisa* warqii ni tolche.

  • Mulʼata 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Maleekaa kan biraan qodaa ixaanaa warqii irraa tolfame qabate tokko dhufee iddoo aarsaa+ bira dhaabbate; inni kadhannaa qulqulloota hundumaa wajjin iddoo aarsaa warqii irraa tolfame+ isa teessicha dura jiru irratti akka dhiheessuuf ixaanni hedduun+ isaaf kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi