LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 21:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yeroo Zedeeqiyaan+ Mootichi, Paashuur+ ilma Maalkiyaa fi Sefaaniyaa+ ilma Maaʼaaseyaa isa luba taʼe gara Ermiyaasitti ergetti, dubbiin Yihowaa gara Ermiyaas ni dhufe; isaanis akkana jedhanii isa gaafatan: 2 “Nebukadnezaar* mootiin Baabilon nu irratti waraana waan baneef,+ maaloo, wanta taʼuuf jedhu ilaalchisee Yihowaa nuuf gaafadhu. Inni nu irraa akka deebiʼuuf, tarii Yihowaan nuuf jedhee hojiiwwan isaa warra dinqisiisoo keessaa isa tokko ni raawwata taʼa.”+

  • Ermiyaas 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Dhaqiitii Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiin akkana jedhi: “Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, ani magaalaa kana harka mootii Baabilonitti dabarsee nan kenna, innis ibiddaan ishii guba.+

  • Ermiyaas 38:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Zedeeqiyaan Mootichis Ermiyaas raajichi balbala sadaffaa isa mana Yihowaa keessatti argamutti gara isaa akka dhufu dhaamsa isatti erge; mootichis Ermiyaasiin, “Wantan si gaafadhu tokkon qaba. Homaa na hin dhoksin” jedhe.

  • Ermiyaas 38:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Achiis Zedeeqiyaan Ermiyaasiin akkana jedhe: “Ati akka hin duunetti, waaʼee wantoota kanaa eenyutti illee hin himin.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi