-
2 Seenaa Baraa 2:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isaaf mana ijaaruu kan dandaʼu eenyu? Samiin, samiin samiiwwaniis isa baachuu hin dandaʼan;+ maarree bakka aarsaawwan aarfaman isa duratti itti dhihaatan hojjechuudhaan alatti mana isaaf ijaaruuf ani eenyu?
-
-
Isaayyaas 40:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Biyyoo lafaa safartuu keessatti kan walitti qabe+
Yookiin gaarotaa fi
Tabbawwan madaalliidhaan kan madaale eenyu?
-