1 Mootota 8:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+ Isaayyaas 66:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 66 Yihowaan akkana jedha: “Samiiwwan teessoo koo ti, laftis ejjeta miila kootii ti.+ Maarree, manni isin naaf ijaaruu dandeessan,+Bakki ani itti boqodhus kan akkamii ti?”+ Hojii Ergamootaa 17:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqni inni addunyaa fi wantoota isa keessa jiran hunda uume, inni Gooftaa samii fi lafaa taʼe,+ manneen qulqullummaa harka namaatiin hojjetaman keessa hin jiraatu;+
27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+
66 Yihowaan akkana jedha: “Samiiwwan teessoo koo ti, laftis ejjeta miila kootii ti.+ Maarree, manni isin naaf ijaaruu dandeessan,+Bakki ani itti boqodhus kan akkamii ti?”+
24 Waaqni inni addunyaa fi wantoota isa keessa jiran hunda uume, inni Gooftaa samii fi lafaa taʼe,+ manneen qulqullummaa harka namaatiin hojjetaman keessa hin jiraatu;+