-
Leewwota 26:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Haa taʼu malee, isin na dhagaʼuu yookiin ajajawwan koo kana hundumaa eeguu yoo diddan,+
-
-
Iyyaasuu 7:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yaa Yihowaa, dhiifama naa godhiitii, Israaʼel diinota isaa duraa erga baqatee* amma maal jechuun dandaʼa ree?
-