Keessa Deebii 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Kanaa mannaa, wanti isaan irratti gochuu qabdan kana dha: Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa, siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa,+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii kukkutaa,+ fakkiiwwan isaanii warra bocamanis gubaa.+
5 “Kanaa mannaa, wanti isaan irratti gochuu qabdan kana dha: Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa, siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa,+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii kukkutaa,+ fakkiiwwan isaanii warra bocamanis gubaa.+