LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ahaab utubaa waaqeffannaas* ni hojjete.+ Ahaab Yihowaa Waaqa Israaʼeliin dheekkamsiisuuf mootota Israaʼel warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate.

  • 2 Mootota 8:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Inni gaaʼelaan mana Ahaabitti+ waan firoomeef, daandii mana Ahaab irra ni deeme; akkuma mana Ahaab wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuu isaa itti fufe.+ 28 Kanaafuu, inni Yooraam ilma Ahaabii wajjin Raamot Giiliyaaditti+ Hazaaʼel mootii Sooriyaa waraanuu dhaqe; haa taʼu malee, warri Sooriyaa Yooraamiin ni madeessan.+

  • Miikiyaas 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, ati dambiiwwan Omrii fi gocha mana Ahaab hundumaa ni hordofta,+

      Akka gorsa isaaniittis ni deddeebita.

      Ani, siin wanta sodaachisu,

      Jiraattota ishii immoo wanta itti siiqsamu kanan godhu kanaafi;+

      Ati qoosaa sabootaa ni baatta.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi