-
2 Seenaa Baraa 22:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haati isaa wanta hamaa akka raawwatu isa gorsaa waan turteef, inni daandiiwwan mana Ahaab+ irra ni deeme. 4 Isaan abbaan isaa erga duʼee booda badiisa isaatiif isa gorsaa waan turaniif, innis akkuma mana Ahaab wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuu isaa itti fufe.
-