LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, Abrahaam ganama bariidhaan kaʼee daabboo fi qalqalloo bishaanii fuudhee Aggaariif kenne. Wantoota kanas gateettii ishii irra kaaʼee mucichaa wajjin ishii geggeesse.+ Ishiinis bakka sanaa deemtee lafa onaa Ber Sheebaa+ keessa asii fi achi joorte.

  • 2 Saamuʼel 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Inni mootummicha mana Saaʼol irraa fuudhee, teessoo Daawit Israaʼelii fi Yihudaa irratti Daan irraa jalqabee hanga Ber Sheebaatti+ hundeessuuf isaaf kakateera.”

  • 2 Mootota 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yehuun+ mootii taʼee waggaa torbaffaa isaatti, Yoʼaas+ mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 40f ni bulche. Maqaan haadha isaa Ziibiyaa yeroo taʼu, ishiin nama biyya Ber Sheebaa turte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi