-
1 Saamuʼel 17:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis gootni tokko buufata Filisxeemotaa keessaa gad ni baʼe; maqaan isaa Goliyaad+ jedhama; inni nama Gaat+ yeroo taʼu, dheerinni isaa dhundhuma jaʼaa fi taakkuu tokko ture.* 5 Mataa isaa irratti baarmeexaa sibiila diimaa irraa tolfame kaaʼatee ture; kootii sibiilaas* uffatee ture. Kootiin sibiila diimaa+ kunis ulfaatinni isaa sheeqilii 5,000* ture.
-