LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, Aasaan namicha mulʼata argu sanatti ni aare; dhimma kana ilaalchisee isatti waan aareefis mana hidhaatti* isa galche. Akkasumas, Aasaan yeroo kanatti namoota sabicha keessa turan kaanis miidhuu jalqabe.

  • 2 Seenaa Baraa 25:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kanaan kan kaʼes, Yihowaan Amaaziyaatti baayʼee ni dheekkame; achiis raajii, “Waaqolii sabootaa warra saboota ofii isaanii harka kee keessaa oolchuu dadhaban duukaa maaliif buuta?” isaan jedhu tokko isatti ni erge.+ 16 Utuma inni isatti dubbachaa jiruus, mootichi, “Nuti gorsituu mootichaa akka taatuuf si muudneerraa?+ Cal jedhi!+ Taʼuu baannaan ni ajjeefamta” isaan jedhe. Achiis raajichi ni callise; haa taʼu malee inni itti dabaluudhaan, “Ati kana waan gooteef, gorsa koos waan hin dhageenyeef, Waaqayyo si balleessuuf akka murteesse ani beeka” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi