LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 12:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Duumessichis dunkaanicha irraa ni kaʼe; yeroo kanatti kunoo, Miiriyaam dhukkuba nadaayiitiin rukutamtee akkuma cabbii addaatte.+ Aaron yommuu gara Miiriyaamitti garagalu akka ishiin dhukkuba nadaayiitiin rukutamte arge.+

  • 2 Mootota 5:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Amma dhukkubni nadaayii+ Naʼamaan bara baraaf sii fi sanyii keetti ni maxxana.” Innis yeruma sana dhukkuba nadaayiitiin qabamee akkuma cabbii addaatee isa biraa gad baʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi