LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Faraʼoon garuu, “Ani isaaf ajajamee Israaʼeliin akkan gadhiisuuf,+ Yihowaan kun eenyu?+ Ani matumaa Yihowaa hin beeku; Israaʼeliinis hin gadhiisu” jedhe.+

  • Keessa Deebii 32:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Taʼus wanta diinni koo jedhu waanan sodaadheef+ akkana hin jenne;

      Sababiin isaas, diinonni wanta kana karaa sirrii hin taaneen hubachuu dandaʼu.+

      Isaan, “Humni keenya injifannoo argateera;+

      Wanta kana hundumaa kan godhe Yihowaa miti” jechuu dandaʼu.

  • Daaniʼel 3:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Nebukadnezaaris akkana isaaniin jedhe: “Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo, isin dhuguma waaqolii koo hin tajaajiltanii?+ Siidaa warqii ani dhaabe sana waaqeffachuu hoo diddaniittuu? 15 Egaa amma sagalee xurumbaa, faaggaa, baganaa, baganaa xinnoo, meeshaa muuziqaa ribuu qabuu, ulullee qalqalloo fi sagalee meeshaalee muuziqaa kaan hundumaa yommuu dhageessan, gombifamtanii siidaa ani tolche sana ni waaqeffattu taanaan gaarii dha. Waaqeffachuu yoo diddan garuu, yeruma sana ibidda bobaʼaa jiru keessatti darbatamtu. Waaqni harka koo jalaa isin oolchuu dandaʼu eenyu?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi