-
2 Seenaa Baraa 32:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Ammas Hisqiyaas akka kanaan isin hin gowwoomsin, isin hin dogoggorsinis!+ Waaqni saba yookiin mootummaa isa kamii iyyuu harka koo fi harka abbootii kootii jalaa saba isaa oolchuu dandaʼe waan hin jirreef, isa hin amaninaa. Waaqni keessan immoo harka koo jalaa isin oolchuuf hammam xinnaata ree!’”+
-
-
Isaayyaas 36:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanaafuu, Raabshaaqichi akkana isaaniin jedhe: “Maaloo, Hisqiyaasiin akkana jedhaa: ‘Mootii isa guddaa kan taʼe mootiin Asoor akkana jedha: “Amanannaa akkanaa akka qabaattu kan si godhe maali dha?+
-
-
Isaayyaas 36:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Waaqolii biyyoota kanaa hunda keessaa biyya isaa harka koo jalaa oolchuu kan dandaʼe eenyu? Maarree, Yihowaan akkamitti Yerusaalemiin harka koo jalaa oolchuu dandaʼa?”’”+
-