LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yihowaa, mootonni Asoor saboota kanaa fi biyyoota isaanii akka balleessan beekamaa dha.+ 18 Waaqolii isaaniis ibidda keessatti gataniiru; sababiin isaas, isaan mukaa fi dhagaa warra hojii harka namaa+ taʼan malee waaqolii hin turre.+ Isaan balleessuu kan dandaʼanis kanaafi.

  • 2 Seenaa Baraa 32:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ammas Hisqiyaas akka kanaan isin hin gowwoomsin, isin hin dogoggorsinis!+ Waaqni saba yookiin mootummaa isa kamii iyyuu harka koo fi harka abbootii kootii jalaa saba isaa oolchuu dandaʼe waan hin jirreef, isa hin amaninaa. Waaqni keessan immoo harka koo jalaa isin oolchuuf hammam xinnaata ree!’”+

  • Isaayyaas 37:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ati kan itti qoostee+ fi kan arrabsite eenyuuni?

      Sagalee kee kan ol kaaste eenyu irratti?+

      Of jajuudhaanis kan ilaalte eenyuuni?

      Isa Qulqulluu kan Israaʼeli!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi