-
2 Seenaa Baraa 34:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti badiisa nan fida;+ abaarsa kitaaba mootii Yihudaa duratti dubbisan keessatti barreeffame hundumaas nan fida.+ 25 Isaan waan na dhiisaniif,+ akkasumas hojii harka isaanii hundumaatiin na dheekkamsiisuuf waaqolii kan birootiif aarsaawwan aarfaman waan dhiheessaniif,+ dheekkamsi koo iddoo kana irratti ni dhangalaʼa; hin dhaamus.’”+
-