Leewwota 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu loon keessaa yoo taʼe, jibicha mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ Jibicha kana fedhii isaatiin+ balbala dunkaana walgaʼii biratti Yihowaa duratti haa dhiheessu. Leewwota 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “‘Achiis jibichi sun Yihowaa duratti haa qalamu; ilmaan Aaron warri luboota+ taʼanis dhiiga isaa fidanii cinaa iddoo aarsaa isa karra dunkaana walgaʼiitti argamu hundumaa irratti ni facaasu.+
3 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu loon keessaa yoo taʼe, jibicha mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ Jibicha kana fedhii isaatiin+ balbala dunkaana walgaʼii biratti Yihowaa duratti haa dhiheessu.
5 “‘Achiis jibichi sun Yihowaa duratti haa qalamu; ilmaan Aaron warri luboota+ taʼanis dhiiga isaa fidanii cinaa iddoo aarsaa isa karra dunkaana walgaʼiitti argamu hundumaa irratti ni facaasu.+