LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Aaron Elishebaa ishii intala Aminaadaabii fi obboleettii Naʼaasoon+ taate ni fuudhe. Ishiinis Naadaab, Abihuu, Eleʼazaarii fi Itaamaariin isaaf ni deesse.+

  • Baʼuu 6:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Eleʼazaar+ ilmi Aaron ijoollee durbaa Putiʼel keessaa tokko ni fuudhe. Ishiinis Finahaasiin+ isaaf ni deesse.

      Kanneen kun akka maatiiwwan isaaniitti dura buutota manneen abbootii Leewwotaa turan.+

  • Lakkoofsa 3:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ilma Aaron lubichaa kan taʼe Eleʼazaar+ inni warra wantoota iddoo qulqulluu wajjin wal qabatan irratti itti gaafatamummaa qaban toʼatu geggeessaa ajajjoota Leewwotaa ture.

  • Keessa Deebii 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Achiis Israa’elonni Beʼeerot Benee Yaʼaaqaan irraa kaʼanii gara Moseraa dhaqan. Aaron achitti duʼee awwaalame;+ ilmi isaa Eleʼazaaris bakka isaa luba taʼee tajaajiluu jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi