-
Ermiyaas 29:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isin na waammattu; dhuftaniis kadhannaa natti dhiheeffattu; anis isin nan dhagaʼa.’+
-
-
Ermiyaas 50:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaan akkana jedha: “Guyyaa sanattii fi yeroo sanatti namoonni Israaʼelii fi namoonni Yihudaa waliin ni dhufu.+ Yommuu deemanis ni booʼu;+ waliin taʼanii Waaqa isaanii Yihowaa ni barbaaddatu.+ 5 Isaan daandii gara Xiyoonitti geessu ni gaafatu; fuula isaanii kallattii sanatti deebisanii,+ ‘Kottaa, kakuu bara baraa isa hin irraanfatamneen Yihowaatti haa maxxannu’ jedhu.+
-