Nahimiyaa 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Guyyaa sanatti kitaabni Musee utuma sabichi dhagaʼuu ni dubbifame;+ yaanni namni Amoon yookiin namni Moʼaab+ yoom iyyuu gara gumii Waaqa dhugaatti galuu akka hin qabne ibsus barreeffamee argame;+ Nahimiyaa 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaanis Seericha akkuma dhagaʼaniin, namoota sanyii biyya ormaa* taʼan hundumaa Israaʼel irraa adda baasuu jalqaban.+
13 Guyyaa sanatti kitaabni Musee utuma sabichi dhagaʼuu ni dubbifame;+ yaanni namni Amoon yookiin namni Moʼaab+ yoom iyyuu gara gumii Waaqa dhugaatti galuu akka hin qabne ibsus barreeffamee argame;+
3 Isaanis Seericha akkuma dhagaʼaniin, namoota sanyii biyya ormaa* taʼan hundumaa Israaʼel irraa adda baasuu jalqaban.+