Nahimiyaa 1:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Dubbii Nahimiyaa*+ ilma Hakaaliyaa: Ani waggaa 20ffaatti, jiʼa Kiisluutti* dahoo* Shushaan*+ keessan ture. Asteer 1:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 jechuunis bara Ahaashweros Mootichi dahoo* Shushaan*+ keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼaa turetti, Daaniʼel 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yommuun mulʼaticha ilaaletti dahoo* Shushaan*+ ishii koonyaa Eelaam+ keessatti argamtu keessan ture; mulʼatichaan jalʼisii Uulaay bira akkan jiru nan arge.
1 Dubbii Nahimiyaa*+ ilma Hakaaliyaa: Ani waggaa 20ffaatti, jiʼa Kiisluutti* dahoo* Shushaan*+ keessan ture.
2 jechuunis bara Ahaashweros Mootichi dahoo* Shushaan*+ keessa teessoo mootummaa isaa irra taaʼaa turetti,
2 Yommuun mulʼaticha ilaaletti dahoo* Shushaan*+ ishii koonyaa Eelaam+ keessatti argamtu keessan ture; mulʼatichaan jalʼisii Uulaay bira akkan jiru nan arge.