LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yaa Yihowaa, maaloo, gurri kee kadhannaa tajaajilaan kee dhiheessuu fi kadhannaa tajaajiltoonni kee warri maqaa kee sodaachuutti gammadan dhiheessan xiyyeeffannaadhaan haa dhagaʼu; maaloo, harʼa tajaajilaa keetiif milkaaʼina kenni; namichi kunis gara laafina natti haa argisiisu.”+

      Yeroo kanatti ani nama mootichaaf dhugaatii dhiheessun ture.+

  • Nahimiyaa 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kana malees, guyyaa mootichi biyya Yihudaa keessatti bulchaa isaanii+ akkan taʼuuf itti na muude, jedhuunis waggaa 20ffaa+ Arxeksis Mootichaatii+ jalqabee hamma waggaa 32ffaa+ isaatti, waggaa 12f anis taʼe obboloonni koo nyaata bulchaadhaaf kennamu hin nyaanne.+

  • Nahimiyaa 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warri waliigaltee sana irratti chaappaa isaanii kaaʼuudhaan+ raggaasisan kanneen kana turan:

      Nahimiyaa ilma Hakaaliyaa isa bulchaa* taʼe,

      Akkasumas Zedeeqiyaa,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi